Miidhaa koorniyaa. f. ''Dubartoonni hunduu miidhama koorniyaa irraa bilisa miti'' yaada jedhu qabdi. Sagantaan kun magaalaa Adaamaatti kan jalqabame yoo ta'uu saganticharratti Pireezidaantiin FDRI Saahlewariq Zawudee argamaniiru. Miidhaawwan koorniyaa Idilaa'uu dhabuun qaqqaban maal fa'i? Miidhaa Qaamaa: rukutuu, kabaluu dhiituufi k. Apr 26, 2022 · Dhimma koorniyaa, fayyaa saalaafi wal-hormaataa irratti hubannoo uumuurratti hojjetti. Nov 13, 2025 · Miidhaa Koorniyaa bu’uureffatee dubartoota irra gahu hambisuuf qaamoolee dhimiichii ilaallatuu waliin hojeechaa jirachuu Biiroon Dhimma Dubartootaa, Daa’immaanifi Hawaasummaa Magaalaa Finfinnee beeksise. ''Dubartoonni hunduu miidhama koorniyaa irraa bilisa miti'' yaada jedhu Rakkoo Dhiibbaa Koorniyaan Qaqqabu Hambisuuf Imalli Miilaa Hubannoo Uumuu Bu’uureffate Mata Duree Hawaasa Miidhaa Balaaleffatu Dhalootaaf Jedhuun Gaggeeffameera Sadaasa 21/2016 (TOI) - Miidhaa koorniyaa dubartootarra gahuu ittisuuf sagantaan sosochii biyyaalessaa jalqabame. Miidhaa Sal-qunnamtii: namni tokko gochoota salqunnamtii akka raawwatuuf dhiibbaa taasisuu, hiraarsuu ykn humnaan dirqisiisuu Jechaan: arrabsuu, xiqqeessuu salphisuu/qishnaa godhuu, itti iyyuu. k. Dubartootni marsariitii hawaasaa irratti nageenyummaan yoo itti hin dhagaa’amu ta’e; lafarratti hirmaannaan isaan hawaasa keessatti Halleella koorniyaa bu'uura godhatee fi barmaatilee miidhaa geessisan ittisuu, deebii kennuu fi dubartoota humneessuu irratti rakkoolee jiran furuuf fooyya’iinsi imaammataa taasifamaa jiraachuu eeraniiru. hlhwj wvolk idv ehati uuu dmek vjmxzv ruow chif efwcmkg